Browsing Category
Ispoortii
Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom meetira kuma 1 fi 500 xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha gulaallii meetira kuma 1 fi 500 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaan Dirribee Waltajjii fi Birqee Hayyaloom xumuraaf dabarteeti.
Atleetoonni lamaanuu…
Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta'era.
Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa…
Kilabni Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo’aa Mo’attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa…
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Kilabni Kubba Miilaa Sanbatuu Shaampiyoonaa Mo'aa Mo'attoota kilaboota Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Oromiyaa 21ffaa ta'eera.
Tapha Xumura…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 ni fiigama
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa19ffaa oolmaa guyyaa 2ffaan har'a fiigichi xumuraa meetira kuma 10 dhiirootaa ni gaggeeffama.
Galgala sa'aatii 1:25…
Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoona Atleetiksii Addunyaa 19ffaa har'a gaggeeffameen meetira kuma 10 Meedaaliyaa Warqee,Meetii,Nahaasii argatteerti.
Atleet Gudaaf…
Atileetonni Ityoophiyaa Gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 darban
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Hangaarii Buudaapeestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti gulaallii fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 dhiirotaan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaa har’a eegala
Finfinnee, Hagayya 13, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Idil Addunyaa 19ffaan har’a Buudaapeestittii eegala.
Dorgommii har’aa eegaluun halkan sa’aatii 3:55 irratti fiigicha…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru eegala
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Addunyaa 19ffaan boru Hangaarii Magaalaa Budaapeesitti gaggeeffamuu eegala.
Fiigichi kiiloomeerira 10 dubartootaan halkan…
Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a ni taphata
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Qidduus Giyoorgis tapha jalqabaa gulaallii duraa Shaampiyoonsi Liigii Afrikaa har’a Kilaba Zaanzibaar KMKM waliin ni taphata.
Har’a sa’aatii 10:00…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan tapha har’a galgala Noootiingihaam Foorest Sheefiild Yuunaayitiid walin taphataniin eegalama.…