Browsing Category
Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Dirree Dhawaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Kilabni Magaalaa Adaamaa Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 2 fi 1n…
Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf Baalaandooriin injifate
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf badhaasa Baalaandoorii 2023 injifateera.
Sirni badhaasa Baalaandoor 2022/2023 Faransaay Magaalaa Paariisitti…
Pireezidaantiin duraanii Waldaa Kubbaa Miilaa Ispeen waggoota sadiif ugguraman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Fiifaan Pireezidaantii Duraanii Waldaa Kubbaa Miilaa Ispeen Luuwis Ruubiyaales irratti uggura dabarseera.
Haaluma kanaan dhimmoota ispoortiin…
Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaan Dirree isaarratti akka taphatu hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ulaagaa guutuun Dirree isaarratti akka taphatu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu…
Maanchiister Yuunaayitiid 0 – 3 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphni darbii Maanchuriyaan olaantummaa Maanchiisteer Siitiin xumurameera.
Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilaboota…
Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Beejiing injifate
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Haayinaa Beejiinitti gaggeeffame injifateera.
Atileet Dheerreessaa Galataan fageenyicha sa'aatii…
Tapha Miira masaanummaa jabaa Maanchiister Yuunaayitiid fi Maanchiister Siitii har’a…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilabootni masaanuun lamaan taasiisan xiyyeeffannoo argateera.
Taphni Maanchuriyaan…
Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2016 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miillaa Magaalaa Shaashamannee leenjisaa isaa Tsaggaayee Wandimmuu hojii leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise.
Kilabichi Kaleessa…
Luusiwwan har’a gita isaanii Naayijeeriiyaa waliin taphatu
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gulaallii Olompikii gita isaa Naayijeeriiyaa ni taphata.
Taphni gulaallii jalqabaa…
Fiigicha Maaraatoonii walakkaa Vaaleenshiyaan Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’an
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Fiigicha Maaraatoonii Walakkaa Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa 2ffaa-4ffaa ba’uun xumuraniiru.
Fiigichichaarratti…