Browsing Category
Ispoortii
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii ga’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa 2ffaan Haangaarii Magaalaa Buudaapeesit ga’eera.
Jilichi Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaachuuf gara…
Ingiliz dorgommii xumuraa Waanca Addunyaaf geesse
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Ingiliz tapha xumuraa Waanca Addunyaaf qaqqabuun ibsame.
Gareen dubartootaa Ingiliz Awustiraaliyaa 3 fi 1’n ijifachuun…
Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Saayiinsii Ispoortii Haangaarii waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteesseera.
Jilli…
Alhiilaal Neeymaariin mallatteessisuuf PSG’n waliigale
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Kilabni Kubbaa Miilaa Saa’udii Alhiilaal, Neeymaar Juuniyariin mallatteessisuuf Kilabaa Kubbaa Miilaa Faransaay PSG waliin waliigalteerraa ga’uun ibsame.…
Atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniif geggeessaan taasifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Atileetota Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa irratti hirmaataniiniif sirni geggeessaa taasifameera.…
Arsenaal Nootiingihaam Forest injifate
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandaa torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Arsenaal Nootiingihaam Forest goolii 2 fi 1n injifateera.
Nikeetaan…
Liiverpuul Mooysas Kayiseedoo maallaqa olaanaan mallatteessisuufi
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Liiverpool lammii Ikkuwaadoor taphata sarara gidduu, Mooyisas Kaayseedooniin Biraayitaan irraa seenaa jijjiirraa taphattootta Ingiliz keessatti gatii…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa bara 2016 Fulbaana 20, 2016 kan eegalu ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Kilaboota Ityoophiyaa bara 2016 Fulbaana 20, 2016 kan eegalu ta’uu ibsameera.
Taphni baniinsaa Madin Ityoophiyaa fi Bahir…
Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 boru ni eegala
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 tapha boru Barnileey Maanchiisteer Siitii keessummeessun ni eegalama.
Barnileey boru Sa’aatii 4:00…
Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhataa jiru
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti guddattoonni kumni 57 ol leenjii Ispoortii fudhachaa jiraachuu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii magaalichaa beeksiseera.
Koorniyaa…