Browsing Category
Ispoortii
Taphattoonni Garee Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Taphattoonni Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan 23 ifoomaniiru.
Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa…
Ramaddiin Tapha Waancaa Kilaboota Itiyoophiyaa 2ffaan ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2016 (FBC)- Kilaboonni liigiin Olaanoo fi Piriimer Liigii kan irratti hirmaatanii Rammaddiin tapha waanca kilaaboota Ityoophiyaa 2ffaan ifoomeera.
Rammaddi “A”…
Jibuutii 1 – 8 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 15 gadii gita isaa Jiibuutii goolii 8 fi 1n injifate.
Dorgommii tapha Kubbaa Miilaa…
Atileet Malkaa Darribee fi Daraartuu Hayiluu Maaraatoonii Shuuzuu injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2016 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Shuuzuutti fiiggameen Atileetoonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamaaniinuu milkaa’an.
Dorgommii Maaraatoonii Dhiiroota…
Atileet Taammiraat Tolaan Maraatoonii Niwuyoorki injifate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2016 (FBC)- Dorgommii Fiigicha Maraatoonii Magaalaa Niwuyoork 2023 Dhiirotaan Atileet Taammiraat Tolaan 1ffaa ba'uun injifateera.
Dorgommicha dubartootaan ammo…
Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Maanchiisteer Siitiin Boornimaawuuz goolii 6 fi 1n injifachuun falmii Waancaaf taasiisu cimsateera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan…
Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii Atileet Daraartuu Tulluu Badhaase
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Mootummaan Jaappaan Badhaasa kabajaa olaanaa biyyattii lammiilee alaaf kennamu Gargaartuu Komishinaraa Atileet Daraartuu Tulluu Badhaaseera.…
Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan taphni Niwuu Kaastiil Arsenaal, Tootanhaam…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 11ffaan boru waaree boodaa eegalee ni taphatama.
Taphoota Torbee 11ffaa kanaan taphni Sambata…
Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2016 (FBC)- Gabiramadiin Haayilee Leenjisaa Olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa ta’uun mallatteessan.
Leenjisaa Gabiramadiin Haayilee garee…
Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa tarree kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifoomseera.
Taphattoonni 30 badhaasa taphattoota…