Browsing Category
Ispoortii
Obbo Qajeelaa Mardaasaan ittaantuu Itti Gaafatamtuu Embaasii Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ittaantu Ittigaafatamtuu Embaasii Ameerikaa Gondiliin Weeldiin Giriin waliin dhimma…
Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan badhaasaaf Kaadhimamaan
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaay fi Tigisti Asaffaan tarree kaadhimamtoota badhasa Atileetoota Addunyaa filatamoo bara 2023 keessa galan.
Atileetiksiin Addunyaa…
Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksise
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Taphataan garee biyyaalessa Beeljiyeemii fi Kilaba Cheelsii duraanii Edan Haazaardi tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiseera.
Edan Haazaardi waggoota 7…
Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turkitti gaggeeffameen Atileetonni…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Dorgommii Maraatooni Walakkaa dhiirotaa fi dubartootaa Turki Ankaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifataniiru.
Dorgommicha dhiirotaan…
Har’a Arsenaalii fi Maanchister Siitiin Morkii jabaa gaggeessu
Finfinnee, Fulbaana 27, 2016 (FBC)- Tapha Pirimeerliigii Ingilaandiin har’a Arsenaal dirree isaa Emireetis irratti Maanchister Siitii keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaan eegama.…
Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamuun barbaada – Yergan Kiloop
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Taphni Tootanihaamii fi Liivar Puul irra deebiin akka taphatamu fedhii qabaachuu Leenjisaan Liivar Puul Yergan Kiloop ibsaniiru.
Murtoon gooliin…
Hoolataatti Atileet Tigist Asaffaaf simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Maaraatoonii Barliirratti Rikardii addunyaa foyyeessuun kan injifatte Atileet Tigist Asaffaaf Magaalaa Hoolataatti simannaan gootaa…
Galgala kana taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC) –Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan galgala ni taphatamu.
Haaluma kanaan Baayirmuunik Koppan Hagan, Galatasaarayi Manchiistar…
Dorgommii Fiigicha daandiirraa Riigaarratti Atileetota hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa…
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Laatiiviyaa Riigaatti garee Atileetiksii Itiyoophiyaa dorgommii Fiigicha Daandiirratti hirmaataniif sagantaan beekamtii fi badhaasaa gaggeeffameera.…
Fiigicha shaampiyoonaa Atileetiksii Rigaan Atleet Dirribee Waltajjiin riikkardii fooyyeessun…
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Laatiiviyaa Rigaatti maayila 1 dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Dirribee Waltajjii 1ffaan yoo xumurtu, Fireewayinii…