Browsing Category
Ispoortii
Liverpuul 2 – 1 Weest Haam
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaa har'a waaree booda taphatameen Liiverpuul galchii 2 fi 1n Weest Haam injifachuun imala gara Waancaa cimsate.…
Atileet Badhaatuu Hirphaa fiigicha maraatoonii Paaris injifatte
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Dorgommii fiigicha maraatoonii Paaris har'a fiigameen Atileet Badhaatuu Hirphaa injifatteetti.
Dorgommicha Atileet Badhaatuun sa'aatii 2fi daqiiqaa 20fi…
Oonaanaan tapha har’a taphatamuun ala ta’e
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Andiree Oonaanaan tapha har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid, Maanchistar Yuunaayitidiin sa’aatii 12:30 keessumeessuun ala ta’e.
Tapha Liigii Awurooppaan…
Arsenaal 1 – 1 Bireentifoord
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandiin halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi waliin qabxii qoodateera.
Taphoota biroo waaree booda taphatamaniin…
Shaggar magaalaa giddugala tuurizimii Ispoortii hunda galeessa taate taasiisuuf xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Wal-dorgommiin shaampiyoonaa ispoortii marsaa 2ffaa tapha guutuu magaalaa Shaggar har'a Istaadiyeemii kutaa Magaalaa Sabbataatti eegalameera.
Shaggar…
Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa bahe
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimiyeer Liigii Oromiyaan Torbee 13ffaan Galaan Leeqaa yoo inifatu, Ginciin Muka Xurii waliin qixa baheera.
Tapha har'a waaree dura sa'aa…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 32ffaan taphni Maanchiister Siitiin - Kiristaal Paalaas, Niwuukaasiil - Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessan…
Mohaammad Saalaah waliigaltee Liiverpuul turuuf isa dandeessisu mallateesse
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Jifataan Liivarpuul, lammiin Ijipti Mohaammad Saalaah waggoottan lamaan itti aananiif Liiverpuul turuuf waliigaltee mallateesseera.
Bara Faranjootaa 2017…
Taphoota liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo…
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Taphoota liigii Oromiyaa torbee 12ffaa har’a waaree booda tapahamaniin Dambi Doolloon Gullisoo yoo injifatu, Galaan Yuuniversiitii Dambi Doolloo waliin qixa…
Arsenaal 3 – 0 Riyaal Maadriid
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa jalqabaan Arsenaal Riyaal Maadriid injifate.
Tapha halkan kana sa'aatii 4:00 eegalee…