Browsing Category
Ispoortii
Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliiziin Arsenaal xumuraaf darbe
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) – Waancaa Kaaraabaa'oo Ingiliiziin Arsenaal Cheelsii injifachuun xumuraaf darbeera.
Tapha deebii halkan kana taphatameen Arsenaal galchii 1 fi 0'n…
Maanchiister Yuunaayitiid Fuulhaam Injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 24ffaan Maanchisteer Yuunaayitiid Fuulhaam galchii 3 fi 2’n injifateera.
Sa’aatii walfakkaataatti taphoota biroo…
Tootanihaam Hootispar Maanchister Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 24ffaan taphni Maanchister Siitiin dirree isaan alatti Tootanihaam Hootispariin morkatu tapha eegamaa dha.…
Atileetonni Itiyoophiyaa Maaraatoonii Dubaay injifatan
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Maaraatoonii 25ffaa Dubaay atileetonni Itoophiyaa ramaddii lamaaniinu injifataniiru.
Dorgommii Maaraatoonii sadarkaan warqee Atileetiksii Addunyaan…
Daawwannaan Baakaarii Saanyaa tuurizimii ispoortiif ga’ee guddaa qabaata – Salaamaawiit…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Taphataan duraanii Arsenaal Baakaarii Saanyaan Itoophiyaa daawwachuun tuurizimii ispoortiif ga'ee guddaa qabaata jedhan Ministirri Tuurizimii Salaamaawiit…
Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa bahe
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan Hawaasaan Itiyoo Elektiriik yoo injifatu, Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa waliin qixa…
Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan tapha har’a Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa keessummeessuun eegalamu.
Har’a taphoonni 3…
Ispoorteessaa jiminaastikii biyya isaa bakka bu’ee Olompikii irratti hirmaachuuf mul’ata…
Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Ispoorteessaa fi dorgomaan Jiminaastikii, barataan Yuunivarsiitii Jimmaa Dirribaa Toleeraa feestiivaala ispoortii barattoota Yuuniivarsiitiiwwan…
Tapha ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Finfinnee, Amajjii 20 , 2018 (FMC) – Taphoonni ramaddii xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala ni taphatamu.
Kaayiraat, Silaaviyaa Piraag, Viyaariiyaal fi…
Nageellee Arsii 1- 0 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Amajjii 19, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 17ffaan Nageellee Arsiin Buna Sidaamaa injifate.
Nageellee Arsiin galchii 1 fi 0’n Buna Sidamaa…