Browsing Category
Ispoortii
Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifate
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa Torbee 21ffaa har’a gaggeeffameen Bunni Ityoophiyaa Dirre Dhawaa goolii 4 fi 1n injifateera.
Tapha…
Magaalaan Adaamaa Shaampiyoonaa Kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Eebla 20, 2015 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa koorniyaa lamaaniin Shaampiyoonaa 14ffaa kilabootaa Atileetiksii Oromiyaa olaantummaan xumure.
Waldorgommiin Shaampiyoonichaa…
Atileet Daraartuu Tulluu Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’an
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC)- Gargaartuun Koomishinaraa Atileet Daraartuu Tulluun Ittaantuu Pireezidaantii Atileetiksii Afrikaa ta’uun filataman.
Gargaartuu Komishinaraa Atileet…
Amma waancaan harka keenya keessa jira – Peep Gaardiyoolaa
Finfinnee, Eebla 19, 2015 (FBC) – Leenjisaan Maanchiisteer Siitii Peep Gaardiyoolaan erga Arsenaal haala amansiisaan injifatanii booda waancaan Piriimaayeer Liigii harka keenya keessa jira…
Yaa’iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Oromiyaa gaggeefamaa jira
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Yaa'iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Laga Xaafoo Laga Daadhii 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Taphni Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatame goolii malee qixa…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan taphoonni har’a Kilaboonni Oromiyaa lamaan taasiisan ni eegama.
Har’a waaree booda…
Atileet Siifan Hasan Maaraatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigichaa maaraatoonii Landan 2023 injifatteetti.
Atileet Siifan Hasan dhalattuu Ityoophiyaa, Neezerlaandiif fiigdu ta’uun…
Waldorgommiin Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti eegale
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waldorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti jalqabeera.
Waldorgommichi Istaadiyeemii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa…
Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphni Qidduus Giyoorgisii fi Faasil gidduutti taphatamu ni eegama.
Har’a…