Browsing Category
Ispoortii
Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame qixaan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan taphni Madinii fi Shaashamannee gidduutti gaggeeffame galchii 1 qixaan xumurameera.
Akkasumas…
Taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman qixa xumuraman
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)-Keessummeessummaa Kootdiivaariin tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa gaggeeffamaa jiruun galgala kana taphoonni ramaddii 5ffaa gaggeeffaman galchii malee qixa…
Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise.
Sagantaan…
Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala
Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa…
Kaameeruun gara tapha mo’atanii darbuutti darbite
Finfinnee, Amajjii 14, 2016 (FBC)-Waancaa Afrikaa 34ffaan ramaddii 3ffaarraa Kaameeruun Seneegaalitti aanuun gara tapha mo'atanii darbuutti darbite.
Tapha har'a gaggeeffameen Kaameeruun…
Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo’atanii darbuuf darban
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan Ikkuwaatooriyaal Giinii fi Naayijeeriyaan tapha mo'atanii darbuuf, darbuu mirkaneeffatan.
Tapha galgala kana gaggeeffameen…
Lubbuun deeggartoota Garee Kubbaa Miilaa Giinii 6 darbe
Finfinnee, Amajjii 13, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Giiniin Gaambiyaa injifachuu hordofee deeggartoota gammachuu isaanii ibsachuuf addabaabayyitti ba’an ja’a lubbuun darbuun gabaafame.…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaaf utuu hindarbiin hafte
Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii xumuraa waancaa Addunyaa dubartoota umrii 20 gadiin Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Dubartootaa Itiyoophitaa gita isa Morokoo 1 fi 0’n…
Fiigicha Maaraatoonii Taataa Mumbaayiin Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 12, 2016 (FBC)-Fiigicha Maaraatoonii Taataa Mumbaayitti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa sadarkaa 1ffaa hanga 8ffaa ba’uun xumuran.
Fiigicha Maaraatoonii…
Arsenaal Kiristal Paalaasiin 5 fi 0’n injifate
Finfinnee, Amajjii 11, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingiliz har’a gaggeeffameen Arsenaal Kiristaal Paalaasiin 5 fi 0’n injifateera.
Arsenaal injifachuu hordofee Kilabichi Sadarkaa…