Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan 2 – 0n Ityoo Elektirik injifate
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa har'a waaree booda taphatameen Adaamaan 2- 0n Ityoo Elektirik injifateera.
Kilabni bulchiinsa magaalaa…
Maanchiister Siitii fi Inter Miilaan tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darban
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Maanchiister Siitiin Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbeera.
Siitiin walii gala goolii 4 fi 1n…
Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 adabame
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 akka adabamu itti murtaa’uu Kilabni…
Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa Har’aa fi Boru ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa eegalee Taphni Cheelsiin…
Atileet Amanee Bariisoon Maraatoonii Boostaan 2ffaan xumurte
Finfinnee, Eebla 9, 2015 (FBC)- Maraatoonii Boostaan Ameerikaatti gaggeeffameen Atileet Amanee Bariisoon sadarkaa 2ffaan xumurteetti.
Atileet Amaneen, dorgommichaa sa’aatii 2 fi daqiiqaa…
Leenjisaan Wubatuu Abaataan waliigalteen leenjisummaa gadi lakkisan
Finfinnee, Eebla 6, 2015 (FBC)-Leenjisaa Wubatuu Abaataa leenjisummaa olaanaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa waliigalteen gadi lakkisan.
Leenjisaa Wubatuu Abaataan gaaffii…
Taphni Nuusa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Riyaal Maadriidii fi Cheelsii gidduutti taphatamu akkaan…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Taphni Nuusa Xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Riyaal Maadriidii fi Cheelsii gidduutti taphatamu akkaan eegama.…
Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 3, 2015 (FBC) – Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru ni taphatamu.
Taphni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Ameerikaatti daawwannaa taasisuufi
Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Baatii Adoolessaa dhufu Ameerikaatti imala daawwannaa taasisuuf ta’uu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Beeksise.
Garechi…
Atileetonni Ityoophiyaa Liigii Daayimandii Dohaarratti ni hirmaatu
Finfinnee, Bitootessa 28, 2015 (FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa baatii Eblaa dhufu Kuwataar Dohaatti kan gaggeeffamu dorgoommii Liigii Daayimadii irratti ni hirmaatu.
Abbaa rikaardii…