Browsing Category
Ispoortii
Keeppiverdeen tapha mo’ataanii darbuuf darbite
Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan Keeppiverdeen biyya jalqabaa tapha mo’atanii darbuuf darbite taate.
Tapha har’a gaggeeffameen Keeppiverdeen 3 fi 0’n…
Ikkuwaatooriyal Giiniin 4 fi 2’n Giinii Bisawuu injifate
Finfinnee, Amajjii 9, 2016 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaa har'a gaggeeffameen Ikkuwaatooriyaal Giiniin 4 fi 2'n Giinii Bisaawuu injifatte.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan…
Tapha Waancaa Afrikaan Burkiinafaasoon Moritaaniyaa injifatte
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaa 34ffaan hara’aa gaggeeffameen Burkiinafaasoon 1 fi 0’n Mooriitaaniyaa injifatteetti.
AKkasumaa taphaa Waancaa Afrikaa kana ramaddii…
Joozee Mooriiniwoon hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)-Leenjisaan Kubbaa Miilaa Joozee Morinihoon hojirraa gaggeeffamuun ibsame.
Mooriiniwoon turtii Roomaatti taasisaniin abbootti murtee waliin waliigaluu…
Tapha Waancaa Afrikaan Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0’n injifatte
Finfinnee, Amajjii 6, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaan 34ffaa gulaallii ramaddiin Seneegaal Gaambiyaa 3 fi 0'n injifatteetti.
Sagantaa tapha Waancaa Afrikaan galgala kana Sa'aatii…
Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin fiigicha qaxxaamura biyyaa Idil Addunyaa Jaanmeedaa xumuramuu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa beeksise.
Dorgomiicharrati fiigichaa…
Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa taphoonni eegaman har’a gaggeeffamaniiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Taphaa Liigii Olaanoo Oromiyaa ramaddii A torbee 7ffaa har’a Istaadiyamii Wallaggaatti gaggeeffamaniiru.
Haaluma kanaan taphoonni 4 qixa yoo goolabaman,…
Piriimerliigii Ingilizii Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifate
Finfinnee, Amajjii 4, 2016 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilizii torbee 21ffaan Cheelsiin Fuulhaamiin 1 fi 0’n injifateera.
Tapha Fuulhaam waliin dirree isaarratti taphate kanaan galchii 1…
Fiigichi Guddichi Wancii Amajjii 18 gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 2, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii Amajjii 18, 2016 Wanciitti kan gaggeeffamu ta'uu Komishiniin Tuurizimii Oromiyaa beeksise.
Fiigichi kunis qopheessummaa…
Gincii fi Gimbiin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamte
Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)- Tapha Liigii Olaanoo Oromiyaa gaggeeffeen Kilabni Bulchiinsa Magaalaa Gimbii fi Ginciin qabxii yoo qooddatan Dambi Doolloon Gullisoon injifatamteetti.…