Browsing Category
Ispoortii
Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera.
Goolii…
Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu.
Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda…
Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera.
Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa…
Beellama Cheelsii fi Tootinaam Har’aa
Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Tapha pirimeerliigii Ingilaandi bara waldorgommii 2022/23 torbee 2ffaan kilabootni Magaalaa London Cheelsii fi Tootinaam tapha darbiin walkeessummeessu.…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan yoo injifatan,…
Finfinnee, Hagayya 7, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandii torbee 2ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Arsenaal, Siitii fi Astoon Viillaan morkattoota isaanii yoo…
Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaaf sagantaan badhaasaa fi beekamtii Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Afyaa’iin Mana Maree…
Jila Atileetiksii Ityoophiyaaf simannaan daandiirraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti sadarkaa 3ffaa bahuun xumureef simannaan…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii galgala kana Finfinnee ni gala
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni gala…
Fiigicha Daayimand Liigii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii eda Moonaakootti gaggeeffameen Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo injifateerti.
Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo fiigicha gufachiisaa…
Dorgommiin Suuppar Liigii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Konferedeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen gita isaanii FIFA waliin Suuppar Liigii Afrikaa ifoomsan.
Suuppar…