Browsing Category
Ispoortii
Yaa’iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Oromiyaa gaggeefamaa jira
Finfinnee, Eebla 18, 2015 (FBC)-Yaa'iin 19ffaa Mana Maree Ispoortii Naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu…
Laga Xaafoo Laga Daadhii 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Taphni Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaa Laga Xaafoo Laga Daadhii fi Hadiyyaa Hoosaa’inaa gidduutti taphatame goolii malee qixa…
Taphoota Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan har’a taphoonni 2 ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan taphoonni har’a Kilaboonni Oromiyaa lamaan taasiisan ni eegama.
Har’a waaree booda…
Atileet Siifan Hasan Maaraatoonii Landan injifatte
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigichaa maaraatoonii Landan 2023 injifatteetti.
Atileet Siifan Hasan dhalattuu Ityoophiyaa, Neezerlaandiif fiigdu ta’uun…
Waldorgommiin Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti eegale
Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waldorgommiin Shaampiyoonaa Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 14ffaan Asallaatti jalqabeera.
Waldorgommichi Istaadiyeemii Magariisaa Bulchiinsa Magaalaa…
Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa torbee 20ffaan har’a taphni Qidduus Giyoorgisii fi Faasil gidduutti taphatamu ni eegama.
Har’a…
Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi Almaaz Ayyaanaa Fiigicha Maaraatoonii Landan Dilbata dhufu…
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Atleet Qananiisaa Baqqalaa fi Almaaz Ayyaanaa Fiigicha Maaraatoonii Landan 2023 Dilbata dhufu gaggeeffamurratti ni hirmaatu jedhameera.
Atleetoota Dhiiraa…
Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaan Adaamaan 2 – 0n Ityoo Elektirik injifate
Finfinnee, Eebla 13, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayer Liigii Ityoophiyaa har'a waaree booda taphatameen Adaamaan 2- 0n Ityoo Elektirik injifateera.
Kilabni bulchiinsa magaalaa…
Maanchiister Siitii fi Inter Miilaan tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darban
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) – Maanchiister Siitiin Baayerni Muunik injifachuun tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaaf darbeera.
Siitiin walii gala goolii 4 fi 1n…
Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 adabame
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC) - Taphataan sarara fuulduraa garee Biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii Saadiyoo Maaneen Yuuroo kuma 350 akka adabamu itti murtaa’uu Kilabni…