Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu,…
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu, Maanchiisteer Yuunaayitiid dirree isaarratti…
Ityoophiyaa halkan tokkotti Meedaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 argatte
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Maadaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 injifatan.…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har’a taphatameen Tootanihaamii fi…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har'a taphatameen Tootanihaamii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan, Liivar Puul qixa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har’a dorgommiiwwan garaagaraa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fi cufiinsaa Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffamurratti Atleetoonni Ityoophiyaa…
Fiigicha meetira kuma 3 Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Malkeenahi Azzazaa meetira kuma 3 1ffaa ba'uun…
Fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan har’aa gaggeeffamuun Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan kana gaggeeffamuun…
Ityoophiyaan gahee gabaa Chaayinaa keessatti qabdu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan gabaa oonlaayiniin akaakuu oomishaalee gabaa Chaayinaaf dhiyeessitu dabaluun, gahee gabaa ishee keessatti qabdu guddisuuf xiyyeeffannaan…
Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara 2022/23 har’a ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Taphoonni Priimayer Liigii Ingilaand bara taphaa 2022/23 har’a galgala ni eegala.
Primayer Liigichi har’a galgala sa’aatii 4:00 irraa…
Ityoophiyaan Meedaaliyaa Meetii fi Naahaasii dabalataa argatte
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda fiiggameen Atleet Siimboo Alamayyoohu 2ffaa ba'uun…
Fiigicha gulaallii meetira 800 fi 1500 atileetonni Ityoophiyaa xumuraaf darban
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014(FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti gaggeeffamaa jiruun, fiigicha gulaallii meetira 800 fi 1500 atileetonni…