Browsing Category
Ispoortii
Liyoonel Meesiin taphni xumuraa waancaa addunyaa baranaa isaaf tapha xumuraa ta’uu dubbate
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Liyoonel Meesiin taphni xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaa baranaa isaaf tapha Waancaa Addunyaa xumuraa ta’uu dubbate.
Urjiin duraanii Baarseloonaa biyya isaa…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a Moorookoo fi Faransaay waliin falmatu
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaan har’a taphni Moorookoo fi Faransaay gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Har’a galgala sa’aatii…
Kirooshiyaa fi Arjantiinaan sa’aatii 4:00’tti taphatu
Finfinnee, Muddee 4, 2015 (FBC)- Taphaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun har’a halkan sa’aatii 4:00 irratti Kirooshiyaa fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama.…
Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota gara Dohaatti imalchiisuufi
Finfinnee, Mudde 3, 2015(FBC) – Daandiin Qilleensaa Moorookoo Balallii addaa 30n deeggartoota Garee Biyyaalessaa Kaazaabilaankaarraa gara Dohaatti imalchiisuuf ta’uu beeksiise.
Daandiin…
Waancaa Addunyaa 22ffaan walqabatee Leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti leenjiftoonni garee biyyaalessaa 6 hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Leenjisaan garee…
Faransaay walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Faransaay Ingiliiz injifachuun tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarteerti.
Faransaay goolii 2 fi 1n Ingiliiz injifachuun tapha Walakkkaa xumuraa…
Moorokoon walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaaf dabarte
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Moorokoon Poorchugaal injifachuun seenaa keessatti biyya Afrikaa tapha walakkaa xumuraa waancaa Addunyaaf dabarte taateerti.
Moorokoon goolii 1fi 0n…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni Nuusa Xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan har'a taphoonni Nuusa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee Moorookoon Poorchugaal waliin walakkaa…
Arjentiinaan tapha walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Arjentiinaan rukkuttaa adda bahiinsaan Neezarlaand injifachuun tapha Walakkaa xumuraa Waancaa Addunyaa 22ffaaf dabarteerti.
Taphni sa'aatii idilee fi…
Kirooshiyaan Biraaziliin Injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Kirooshiyaan rukuttaa adda ba'iinsaa 4 fi 2’n Biraaziliin injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Tapha Waancaa Addunyaa 22ffa tapha nuusa xumuraa…