Browsing Category
Ispoortii
Dorgommii Paan-Afrikaan Naannoon Oromiyaa koorniyaa lamaaniin shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Wal morkii manneen barnootaa naannolee guyyoota sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa tureen Naannoon Oromiyaa Koorniyaa lameenin Ityoophiyaa bakka bu'uun walmorki…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandii torbee 17ffaa har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame.
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun taphataman ni eegamu.
Haaluma kanaan har’a galgala sa’aatii 4:45 eegalee…
Mootiin kubbaa miilaa umrii 82 tti du’aan boqote
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) -"Mootii Kubbaa Miilaa" jedhamuun kan beekamuu taphataan kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen umrii waggaa 82 tti du'aan boqoteera.
Peeleen seenaa tapha…
Fiigichi qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii Dilbata dhufu Sulultaatti ni fiigama
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Fiigichi Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii 40ffaan Dilbata dhufu magaalaa Sulultaatti kan fiigamu ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa…
Arsii Lixaatti Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa gaggeeffamu eegale
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Godina Arsii Lixaatti Aanaa Nageellee Arsiitti waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa fi feestivaalli Ispoortii 10ffaan gaggeeffamu eegale.…
Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa guyyoota 8’f gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurameera.
Shaampiyoonaa…
Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun…
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Abbaan Murtii idil addunyaa Bemlaak Tasammaan Tapha Waancaa Chaaniif gargaaraa murteessaa Viidiyoo ta’uun filatamaniiru.
Bemlaak Tasammaa Wayyeessan…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 17, 2015 (FBC) - Waancaa Addunyaa 22ffaan booda Piriimaayer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee…