Browsing Category
Ispoortii
Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuu injifate
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha Guddaa Daandiirraa Kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame injifate.
Fiigichi kun mata duree ''Guddina…
Waggoota 22 booda waltajjii Waancaa Afrikaatti deebi’uuf falmii guddaa Itiyoophiyaan Ugaandaa…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan taphatamaa kan jiru taphoonni gulaalii waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa xumuramuuf guyyoota 4 qofatu hafe.…
Morkii kilaboota Landan har’a Cheelsiin Arsenaal keessummeessu
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 13ffaan taphni har'aCheelsiin Arsenaal keessummeessu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.
Kilaboonni lamaan…
Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har’a taphataman …
Finfinnee, Sadaasa 18, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Baankiin Daldalaa Maqalee 70 Indaartaa waliin, Hadiyyaan ammoo Aarba Minci Waliin qixa bahaniiru.…
Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera.
Arsenaal galchii 3 fi 1'n Baayerni…
Itiyoophiyaa 1 – 0 Keeniyaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gulaallii Waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaaleessa Afrikaa umrii waggaa 17 gadiin Itiyoophiyaan Keeniyaa injifatte.
Galchii Daawwiit Kaasaan galcheen…
Machaal 1 – 2 Buna Sidaamaa
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaan Bunni Sidaamaa Machaal injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee taphatameen…
Gulaallii Waancaa Seekaafaan har’a Itiyoophiyaan Keeniyaa waliin taphatti
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Keeniyaa waliin morkiin Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti…
Adaamaa 1- 0 Bahiir Daar
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa Torbee 7ffaan Magaalli Adaamaa Bahiir Daar injifateera.
Adaamaan galchii Abbubakir Saaniin daqiiqaa…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkii Cheelsiin Baarseloonaa waliin taasisu…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaan har’aa eegaluun taphatamu.
Taphoonni marsaa 5ffaa kunneen har’a halkan sa’aatii 2:45 jalqabee…