Browsing Category
Ispoortii
Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii…
Abbaaf ilma biyyoota garaagaraa bakka bu’uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Luukaa Zidaan Aljeeriyaa bakka bu’uun waancaa Addunyaa 2026 biyyoonni Kaaba Ameerikaa waloon qopheessanirratti ni hirmaata.
Abbaan isaa Ziinaddiin…
Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Lukaas Hernandeez fi Tiyoo Hernandeez obbolaa kilaboota Awurooppaa fi garee biyyaalessaa Faransaay keessatti milkaa'an keessaa isaan adda dureedha.…
Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaa Finfinneetti gaggeeffame injifataniiru.…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Atileetoota 638 hirmaachisu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Fiigichi walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaan Atileetoota 638 hirmaachisu guyyaa boruu Finfinneetti gaggeeffama.
Fiigicha ka’umsaa fi xumura isaa…
Itiyoophiyaa vs Maalaawwii…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa Idil Addunyaa ni taphatu.
Har’a galgala sa’aatii 12:00…
Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen bara 2025/26 jedhamuun filatame.
Taphaataan sarara fuulduraa Baarseloonaa dargageessi umrii waggaa 18…
Waldichi badhaasa taphataa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandiif taphattoota 6 kaadhime
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Waldaan taphattoota Piroofeeshinaalii Kubbaa Miilaa Ingilaandi badhaasa taphataa cimaa Piriimeer Liigii Ingilaand bara 2025/26'f taphattoota 6…
Dominiik Soboslaay taphataa cìmaa Liivarpuul kan waggaa kanaa ta’uun filatame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2018 (FMC) - Dominiik Soboslaay taphataa cimaa Liivarpuul kan bara dorgommii 2025/26 ta'uun filatameera.
Soboslaay Liivarpuuliif dorgommiiwwan hundumaa irratti…
Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa Liiverpuul ta’an
Finfinnee, Caamsaa 26, 2018 (FMC) – Lammiin Ispeen Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa Liiverpuul ta’uun muudamaniiru.
Kilabichi Arna Isloot gaggeessuu hordofee Andoonii Iraa’oolaan leenjisaa…