Browsing Category
Ispoortii
Shaggar 0 – 0 Faasiil
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 15ffaa har’a taphatameen morkiin Kilaba bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Faasiil gidduutti gaggeeffame…
Goota Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2018 (FMC) – Goonni fiigicha Maaraatoonii Atileet Taammiraat Tolaan injifannoo galmeessuu itti fufeera.
Atileet Taammiraat Tolaan fiigicha Maaraatoonii har’a…
Moorookoon tapha xumuraa waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) –Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Moorookoon Naayijeeriyaa injifachuuf xumuraaf dabarte.
Sa'aatiin idilee galchii malee…
Seeneegaal waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti gaggeeffamaa jiruun Seeneegaal tapha walakkaa xumuraa Ijiptiin galchii 1 fi 0’n injifachuun waancaaf dabarteetti.…
Waancaa Afrikaan har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Taphoota waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorookoon gaggeeffamaa jiruun har’a taphoonni walakkaa xumuraa 2 ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 2:00…
Niwukaasil Yuunaayitid Maanchistar Siitii waliin…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Tapha marsaa jalqabaa walakkaa xumraa Waancaa Kaaraabaa’oo Ingiliziin har’a galgala Niwukaasil Yuunaayitid fi Maanchistar Siitiin waliin taphatu.…
Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa irratti hirmaate…
Finfinnee, Amajjii 5, 2018 (FMC) – Jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa qaxxaamura biyyaa addunyaa Ameerikaa Filooriidaatti gaggeeffame irratti hirmaateef simannaan…
Yaavii Aloonsoon Riyaal Maadriid waliin gargar bahe
Finfinnee, Amajjii 4, 2018 (FMC) –Leenjisaan Riyaal Maadriid Yaavii Aloonsoon kilabicha waliin gargar bahuu ifoome.
Tapha waancaa Suupar Kaappii Ispeenirratti Baarseloonaan galchii 3 fi 2'n…
Naayjeeriyaan walakkaa Xumuraaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 2, 2018(FMC) - Dorgommii Waancaa Afrikaa 2025 qopheessummaa Moorookoon geggeeffamaa jiruun tapha nuusa xumuraan Naayijeeriyaan Aljeeriyaa 2 fi O'n injifatteetti.…
Morookoo 2-0 Kaameeruun
Finfinnee, Amajjii 1, 2018 (FMC) – Taphoota nuusa xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaa har'a taphatameen Moorookoon Kaameeruuniin galchii 2 fi 0'n >njifachuun tapha walakkaa xumuraaf…