Browsing Category
Ispoortii
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraa fi gulaallii har’a gaggeeffamurratti ni eegamu
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha xumuraa fi gulaallii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda gaggeeffameen Ityoophiyaan meedaaliyaa…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa meetira kuma 1 f 500 Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda Kolombiyaa Kaaliitti fiiggameen Atleet Eermiyaas…
Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa har’a gaggeeffamurratti ni eegamu
Finfinnee, Adoolessa 27, 2014 (FBC) – Atleetoonni Ityoophiyaa fiigicha gulaallii fi xumuraa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har'a Kolombiyaa Kaaliitti…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu…
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC)- Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa kaadhimatoota Pirezidaantiifi Koree Hojii Raawwachiistuu federeeshinichaa ifoomseera.
Federeeshinichi…
Dorgommii shaampiyoonichaan Ityoophiyaan Meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 26, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadiin Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Kolombiyaa, Kaaliitti kan…
Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadiin Atleetoonni Ityoophiyaa marsaa itti…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) - Fiigicha gulaallii Shaampiyoonaa addunyaa umrii waggaa 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffameen Atleetoonni…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii har’a eegala
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti gaggeeffamu guyyaa har’aa kan eegalu ta’uu ibsame.
Dorgommii guyyaa har’aa…
Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa dheerate
Finfinnee, Adoolessa 24, 2014 (FBC) –Guyyaan Taphoonni Gulaallii Waancaa Afrikaa itti gaggeeffamu dheerachuu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa beeksiise.
Haaluma kanaan taphoonni…
Liivar Puul 3 – 1 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Liveerpuuliin Waancaa Komuuniitii Shiildii Ingilaand injifate.
Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti galgala…
Taphni waancaa Komuunitii Shiildii, tapha Maanchistar Siitii fi Liveerpuuliin galgala har’aa…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2014 (FBC) – Pirimeerliigiin Ingilaandi walmorkii taphaa bara Faranjootaa 2022/23 tapha waancaa Komuunitii Shiildii, Maanchistar Siitii fi Liveerpuul gidduutti…