Browsing Category
Ispoortii
Ramaddiin dorgommii Seekafaa (CECAFA) umrii 17 gadii ifoome
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC)- Ramaddiin tapha waancaa Seekafaa umrii 17 gadii guyyaa har’aa ifoomeera.
Ramaddiin gulaallii waancichaa qopheessummaa Ityoophiyaan Fulbaana 20 hanga…
Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaatee dheeresse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresseera.
Federeeshinichi waggoota lamaan…
Guyyaan Bunaa Kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 5, 2015 (FBC) – Guyyaan Bunaa sadarkaa biyyaatti bakka Pireezidaanti Saahilawarqi Zawdeen argamanitti Magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira.
Guyyaan Bunaa kun Mata…
Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni 9 ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 4, 2015 (FBC) – Galgala har’aa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphoonni marsaa 2ffaa 9 ni taphatamu.
Taphoota gaggeeffaman keessaa taphni Maanchiistar Siitii fi…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu.
Taphoota Shaampiyoonsi Liigii…
Inistiraakter Abraaham ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudaman
Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Kilaboota garaagaraa keessatti leenjisummaan tajaajilaa kan turan Inistiraakter Abraaham Maabraatuun ogeessa Teeknikaa FIFA ta’uun muudamaniiru.
FIFA…
Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal injifate
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal goolii 2 fi1 injifateera.
Tapha gulaallii har'a Istaadiyeemii…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landaniin Atleetoonni Ityoophiyaa 2ffaa fi 3ffaa ba’an
Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landanitti gaggeeffameen Atleet Salamoon Baraggaa 2ffaan yoo xumuru, Atleet Qananiisaa Baqqalaan sadarkaa 3ffaa ba'eera.…
Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan haqaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Boqochuu Mootiittii Ingiliz Eelzaabeet 2ffaa hordofee taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 7ffaan yeroo biraatti darbe.
Taphoon Piriimayeer…
Atileet Gooyititoom Gabrasillaaseen Birrii kuma 300 badhaafamte
Finfinnee, Qaammee 4,2014(FBC)- Kilabiin Ispoortii Ityoo-Elektirik atileet Gooyititoom Gabrasillaaseef Birrii Kuma dhibba 3 badhaase.
Kilabichi sagantaa badhaasaa hoteela…