Browsing Category
Ispoortii
Kirooshiyaan Jaappaaniin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Kiroosiyaan rukuttaa adda bahiinsaan 3 fi 1’n Jaappaan injifachuun tapha nuusaa xumuraaf darbarte.
Gareewwan lameen morkii cimaa gaggeessaniin, daqiiqaa…
Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaan taphni har’a Jaappaan Kirooshiyaa waliin taasiiftu ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Tapha moo’anii darbuu Waancaa Addunyaa har’aan Jaappaan Kirooshiyaa, Biraaziil Kooriyaa Kibbaa waliin ni taphatu.
Bakka buutoonni Eeshiyaa lamaan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Kilaboota Oromiyaa 11ffaan olaantummaa Kilaba Atileetiksii Buraayyuun…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Torbee tokkoof Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Kilaboota Atileetiksii Oromiyaa 11ffaan Injifannoo Kilaba Atileetiksii Buraayyuun…
Faransaay Poolaandiin injifachuun tapha nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Faransaay 3 fi 1’n Poolaandiin injifachuun tapha nuusa Xumuraaf dabartetti.
Istaadiyamii Altuumaamitti taphaa Farnsaayii fi Poolaandi gidduutti…
Atileet Amanee Bariisoo fi Lattasanbat Giday fiigicha maaraatoonii Vaaleenshiyaa injifatan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Atileet Amanee Bariisoo fi Lattasanbat Giday Fiigichaa Maaraatoonii Vaalaanshiyaa injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii Ispeen Vaaleenshiyaatti…
Tapha nuusa xumuraaf taphni Seneegaal fi Ingiliz ni eegama
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa itti fufee taphatamaa jiruun guyyaa har’aa tapha nuusa xumuraaf morkii Seneegaal taasiftu dabalatee taphoonni lama ni…
Tapha Waancaa Addunyaan Neezarlaand biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan Neezarlaand Ameerikaa injifachuun biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taateerti.
Neezarlaandii fi Ameerikaan tapha…
Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonnii mo’atanii darbuu 2 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa ni eegala.
Taphoota kanaan duraan rammadii 1ffaarraa sadarakaa 1ffaan kan darbite Neezaarland…
Gaanaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ala yoo taatu, Kooriyaan Kibbaa marsaa itti aanuuf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Poorchugaalii fi Kooriyaan Kibbaa tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf darbaniiru.
Uraagaay goolii 2 fi 0n Gaanaa injifattus Kooriyaan…
Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa ni injifatti jedhameetu eegama
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Haadha riikardii maaraatoonii addunyaa dubartootaa kan taate Atileet Litasanbat Giday Maaraatoonii Vaaleenshiyaa dilbata dhufu gaggeeffamu ni injifatti…