Browsing Category
Ispoortii
Jila Atileetiksii Ityoophiyaaf simannaan daandiirraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7,2014 (FBC)- Jila garee Atileetiksii Ityoophiyaa shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaaliitti sadarkaa 3ffaa bahuun xumureef simannaan…
Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii galgala kana Finfinnee ni gala
Finfinnee, Hagayya 6, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii injifannoon golobe galgala kana Finfinnee ni gala…
Fiigicha Daayimand Liigii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Hagayya 5, 2014 (FBC) – Fiigicha Daayimand Liigii eda Moonaakootti gaggeeffameen Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo injifateerti.
Atleet Warqiwuhaa Geetaachoo fiigicha gufachiisaa…
Dorgommiin Suuppar Liigii Afrikaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Konferedeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen gita isaanii FIFA waliin Suuppar Liigii Afrikaa ifoomsan.
Suuppar…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand har’a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu,…
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee jalqabaa har'a gaggeeffameen Maanchiisteer Siitiin yoo injifatu, Maanchiisteer Yuunaayitiid dirree isaarratti…
Ityoophiyaa halkan tokkotti Meedaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 argatte
Finfinnee, Hagayya 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii waggaa 20 gadii halkan edaa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Maadaaliyaa Warqee 4 fi Meetii 2 injifatan.…
Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har’a taphatameen Tootanihaamii fi…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee jalqabaa har'a taphatameen Tootanihaamii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan, Liivar Puul qixa…
Shaampiyoonaan Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har’a dorgommiiwwan garaagaraa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa fi cufiinsaa Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii har'a fageenyawwan garaagaraan gaggeeffamurratti Atleetoonni Ityoophiyaa…
Fiigicha meetira kuma 3 Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii addunyaa umrii 20 gadii Kolombiyaa Kaalitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Malkeenahi Azzazaa meetira kuma 3 1ffaa ba'uun…
Fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan har’aa gaggeeffamuun Atleetoonni…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadiin fiigicha xumuraa meetira kuma 3 fi gulaallii meetira 800 halkan kana gaggeeffamuun…