Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii garaagaraa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu milkaa'aniiru jedhame.…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan olaantummaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Guyyoota Jahaaf Istaadiyeemii magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan injifannoo waliigalaa Kilaba…
Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor…
Kilaarans Seedoorif Waancaa Liigii Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin Finfinnee ni seenu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Taphataan sarara gidduu garee kubbaa miilaa biyyoolessaa Neezarlaand duraanii Kilaarans Seedoorif waancaa Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin boruu…
Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.…
Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Afrikaa Seeneegaal waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Seeneegaal, Moorokoo, Gaanaa, Kaameeruunii fi Tuuniziyaaan Afrikaarraa Waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Shaampiyoonaan…
Atleet Yaalemzarf Yewahaalan fiigicha daandirraa kiiloo meetira 10 riikkardii addunyaa haaraa…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf Yewahaalan riikkardii addunyaa haaraa galmeessuun injifatte.…
Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame.
Garichi tapha Magaalaa…
Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifateera.
Atileet Muktaar Idiris fiigicha fageenya…