Browsing Category
Ispoortii
Pireezidaanti Doonaald Tiraampi tapha xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dorgommii tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu.
Doonaaldi…
Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama.
Dorgommiin haala qilleensaa…
Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise.
Taphataan sarara gidduu duraanii…
Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa Biqilaa 41ffaan Atileet Masarat Gabreefi Gammachuu Yaadasaa injifataniiru.
Fiigicha maaraatoonii Shaambal Ababaa…
Atileetoonni Itiyoophiyaa dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Ameerikaatti dorgomame injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Dorgommii fiigicha meetira kuma 10'n Iyuujiinitti dhiiroota gidduutti har'a dorgomame Atileetoonni Itiyoophiyaa 1ffaa hanga 3ffaa bahuun injifatan.…
Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Tapha Waancaa kilaboota addunyaa Ameerikaatti taphatamaa jiruun PSGn Baayern Muunik injifachuun walakkaa xumuraaf darbe.
PSGn galchii 2 fi 0n Baayern…
Waancaa Kilaboota addunyaa tapha nuusa xumuraaf gahe
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Qopheessummaa Ameerikaan gaggeeffamaa kan jiru Waancaan Kilaboota addunyaa qabxiiwwan hin eegamne galmeessuun nuusa xumuraaf gaheera.
Bifa haaraan…
Waldaan Aksiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Koreen Namuusaa fi hoggansa dorgommii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa murtoo Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa dabarse bu’uura taasiisuun Buna…
Torban dura gaa’ila raawwatee har’a balaa konkolaataan lubbuun kan darbe jifataa Liivarpuul…
Finfinnee ,Waxabajjii 26, 2017 (FMC) –Taphataan sarara fuulduraa Liivarpuul Diyaagoo Jootaan balaa konkolaataa isa mudateen umriisaa waggaa 28ffaatti obboleessa isaa Andiree jedhamu waliin…
Murtoon kilabootarratti darbe qaama kamiiyyuu miidhufis fayyaduufis miti – Federeeshinicha
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa murtoo kilabootarratti guyyaa kaleessaa dabarse ilaalchisee ibsa kenneera.
Murtoon kilabootarratti darbe…