Browsing Category
Ispoortii
Atileet Fireewayinii Hayiluun dorgommii fiigichaa Daayimandi Liigii Raabaat injifatte
Finfinnee, Caamsaa 24, 2018(FMC) - Dorgommii Daayimandi Liigii fiigicha meetira kuma 1 fi 500 dubartootaa Moorookoo Raabaatitti dorgomameen Atileet Firewayinii Haayiluu injifatteetti.…
PSG’n Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC) – PSG'n Arsenaal injifachuun Shaampiyoonaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ta'eera.
Taphni idilee galchii 1 qixaan xumuramuun rukkuttaa adda bahiinsaan…
Liivarpuul Leenjisaa Arna Islootiin gaggeesse
Finfinnee, Caamsaa 22, 2018(FMC)- Kilabni Ingiliz Liivarpuul leenjisaa Arna Islootiin gaggeessuu ifoomseera.
#Oromia #Ethiopia
Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii…
Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.
Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa…
AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera.
Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan…
Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun,…
Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata.
Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta'e.
Tapha mo'anii darbuu har'a taphatameen Itiyoophiyaan…