Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa 3ffaan xumure.…
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte.
…
Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa har’a Poolaand Giidiiniiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaan har’a Poolaand Giidiiniiyaatti ni gaggeeffama.
Atleetoonni Ityoophiyaa shaampiyoonaa…
Seenaaf Waaqumaa kilaba Raayyaa Ittisaatti makamte
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Taphattuun Sarara fuulduraa duraanii Kilaba magaalaa Adaamaa Seenaaf Waaqumaa gatii rikoordii haaraan Raayyaa Ittisaaf mallatteesite.
…
Gulaallii waancaa liigii biyyoota Awurooppaa bara 2020 eda galgala taphoonni 20 gaggeeffame
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2013 (FBC) – Taphootaa gulaallii waancaa neeshinsi liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingilaand Beeljiiyeem yoo injifattu Xaaliyaanii fi Poolaand qixa…
Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Atileet Siifan Hasan fiigicha fageenya meetra 10,000n rikkardii Awurooppaa harka galfatte.
Atileet Siifan Hasan dorgommii fiigicha fageenya meetra…
Olompikii Tookiyoo 2020f weerara vaayrasii koroonaa yaada keessa galchuun qophiin taasifamaa…
Finfinnee, Onkolooleessa 1, 2013 (FBC) - Olompikii Tookiyoo 2020f weerara vaayrasii koroonaa yaada keessa galchuun qophiin taasifamaa jiraachuu himame.
Ityoophiyaan Olompikii Tookiyoo…
Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Atleet Lattasanbat Gidayiif simannaan taasifameefira.
Atleetittiin wayita buufata xiyyaaraa Boolee idil addunyaa geessu itti aantuu preezdaantii…
Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Atleetiin Yuugaandaa Jooshwaa Cheepteegeen meetira kuma kudhaniin riikardii waggoota 15f qabamee ture cabse.
Riikardicha waggoota 15f qabatee kan ture…