Browsing Category
Ispoortii
Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame.…
Magaalaa Finfinneetti dorggommiin Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dorggommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurame.
Qopheessummaa kutaa magaalaa…
Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti mata duree #No More#' jedhuun geggeeffamaa jira.
Fiigichichi simannaa diyaaspooraa kun fiigicha…
Taphoota waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Taphoota waancaa Afrikaa 33ffaa galgala har'aa gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii yoo injifatan, Seeneegaala Giinii waliin qixa…
Federeeshinichi atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa atileetota duula birmadummaarratti hirmaataniif beekamtii kennuu ibsame.
Federeeshinichi yaa’ii idilee…
Kaameeruun 4 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan Ityoophiyaa fi Kaameeruun gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Daawwaa Waxxeesan Ityoophiyaaf…
Har’a galgala Waaliyaawwan gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatu
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC)- Har’a galgala gareen biyyoolessaa Ityoophiyaa gita isaanii Kaameeruun waliin ni taphatuun eegama.
Qopheessummaa Kaameeruunin gaggeeffamaa kan jiru…
Tuuniziyaa 0 – 1 Maalii
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan har’a Tuuniziyaa fi Maalii gidduutti gaggeeffame olaantummaa Maaliin xumurameera.
Ibraahiimaa Kooneen daqiiqaa…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi yoo injifattu, Aljeeriyaa…
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa Afrikaa har'a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi 1 fi 0n yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon goolii malee qixa…