Browsing Category
Ispoortii
Sudaan Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Afrikaa Kibbaa 2 fi 0n injifachuun Waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffateerti.
Sudaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Afrikaa…
Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamte
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun oolmaa biyyaaf oolteen Nishaanii warqee kabajaa biyyaaleessa badhaaffamteerti.
Nishaaniin Warqee Giraama 350…
Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC) – Sagantaan beekkamtii laachuu Komaandar Atleet Daraartuu Hoteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffame.
Sirnacharratti Preezdaantii mootummaa naannoon…
Waldorgommiin fiigichaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gageeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2013 (FBC)- Waldorgommiin fiigichaa Soofii Maaltii bara kanaa mata duree ‘dursi dubartootaaf’ jedhuun gaggeeffameera.
Waldorgommiichi kiiloomeetira 5 kan…
Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan eegalera
Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii dubartoota Oromiyaa 4ffaan magaalaa Baatuutti eegalera.
Shaampiyoonaa kanarratti Ispoorteessitoonni 1500 ol ta'an kan…
Dooktar Abiy garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ityoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru.
Garee kubbaa…
Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Dhaloota Teeknooloojii waliin tarkaanfachuu danda’u horachuun barbaachisaa ta’uu Ejansiin Barnoota Ogummaa fi Teeknikaa Federaalaa beeksiise.…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Ispoortii Yuunvarsiitiwwan Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Mata duree ‘addunyaa Ispoortii…
Komooroos yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC) – Komooroos seenaa keessatti yeroo jalqabaaf Waancaa Afrikaaf dabarte.
Komoroos biyya ummata kuma dhibba 9 gadi qabdu yoo taatu yeroo jalqabaaf…
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu Tulluu Dilbata dhufu ni gaggeeffama
Finfinnee, Bitootessa 16, 2013 (FBC) – Saganticha ilaalchisee koreen biyyaalessaa qophii sagantichaa har’a ibsa laateera.
Sagantaan beekkamtii laachuu Kolooneel Atleet Daraartuu…