Browsing Category
Ispoortii
Kiristiyaanoo Roonaaldoon lakkoofsa haatrikii isaa 58 geessise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Taphataan sarara Fuulduraa lammii Poorchugaalii fi Kilaba Maanchister Yuunaayiitid Kiristiyaanoo Roonaaldoon jaarraa kana keessa taphataa…
Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera.
Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har'a Afrikaa Kibbaa…
Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1’n xumurame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014(FBC)-Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1'n xumurameera.
Waaliyaawwan Baafana Baafanaarratti olaantummaa…
Gareen kubbaa miillaa Waaliyaa Gulaallii Waancaa addunyatif boruu ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Biyyaalessa kubbaa miillaa Ityoophiyaa Waaliyaan gulaallii sadaffaa Waancaa addunyatiif guyyaa boruu Magaalaa Baahir Daaritti garee kubbaa miillaa…
Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.
Garichi tapha gulaallii waancaa addunyaaf garee biyyaalessaa Ityoophiyaa…
Atileet Sisaay Lammaa Maraatoonii Landaan injifate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Atileet Sisaay Lammaa dorgommi Maraatoonii dhiiroota 2021 har’a Landaanitti gaggeeffamee injifateera.
Atileetichi saa’aatii 2 daqiiqaa 4 fi seekoondii…
Atileet Qaalkidaan Gazzaany rikkardii addunyaa meetira kuma 10 fooyyeessite
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Dhalattuun Ityoophiyaa Atileet Qaalkidaan Gazzaany Jeeneevaatti figiicha meetira kuma 10 gaggeeffameen rikkardii addunyaa fooyyeessiteetti.…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa dubartootaa Ruwaandaa umrii waggaa 20 gadi Magaalaa Baahirdaar galeera.
Gareen kunis tapha Gareen Kubbaa Miilaa…
Maaraatoonii Barliin dhiirootaan Guyyee Adoolaa injifate
Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa Jarmanitti Maaratoonii Barliin dhiirootaa gaggeeffameen Guyyee Adoolaa sa’aatii 2:05:35 irratti galuun injifateera.…
Tapha gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Ityoophiyaa har’a Ruwandaa…
Finfinnee, Fulbaana 14,2014 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa umrii 20 gadiin Gareen Dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a dirreen ala Ruwandaa waliin taphata…