Browsing Category
Ispoortii
Ityoophiyaa 3 – 2 Sudaan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gareen Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha michoomaa Garee biyyaalessa Sudaan waliin taasiiseen goolii 3 fi 2 injifateera.
Gareen kubbaa miilaa biyyaalessa…
Magaalaa Finfinneetti sosochiin qaamaa fi imalli miilaa gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti sagantaan sosochii ga'umsa qaamaa fi imalli miilaa mata duree 'Daandiin namaaf' jedhuun gaggeeffameera.
Saganticha Biiroon…
Ummanni Ityoophiyaa marti isin faana jira – Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf bakka keessummooni kabajaa argamanitti…
Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Kaameeruunitti imaluuf gaggeessan taasiifame
Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC) - Garee kubbaa miilaa biyyaaleessa Ityoophiyaa Waancaa Afrikaa 33ffaarratti hirmaachuuf gara Kaameeruun imaluuf gaggeessan taasiifameera.
Gaggeessaa…
Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa Hawaasaatti gaggeeffamaa ture har’a ni xumurama
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Priimayeer Liigii Ityoophiyaa marsaan jalqbaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa ture har’a xumura aragata.
Taphni Har’a waaree…
Tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaaf taphattoonni 25 filataman
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Leenjisaa Wabatuu Abaatee tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa Kaameeruunitti gaggeeffamuuf taphattoota 25 filataniiru.
Faasil Gabra Mikaa’eel…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa aanolee Godina Jimmaatti eegale
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Jimmaatti shaampiyoonaan Ispoortii aadaa bara 2014 aanolee godinichatti guyyaa har'aa eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota ispoortii…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Xumura torbee darbee Dorgommii fiigichaa idil addunyaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu…
Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi Maanchiester Siitii duraanii fi Baarseloonaa ammaa Sarjoo Kuun Aguuweeroon sababa…
Fiigicha daandiirraa Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Fiigicha daandiirraa xumura torbanii Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Maaraatoonii Maalaagaa Ispeenitti…