Browsing Category
Ispoortii
Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruuf sochiin eegale- Obbo Duubee Jiloo
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Koomishinii ispoortii naannoo Tigraayiin deeggaruu fi ispoortichaa iddoo duraan turetti deebisuuf kan dandeessisuu sochiin eegaluu Itti aanaan…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Walqixxee injifate
Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Bunni Ityoophiyaa Magaalaa Walqixxee goolii 2 fi 1 injifatameera.…
Kilabiin kubbaa miilaa magaalaa Adaamaa Leenjisaa haraa muude
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) - Kilabiin Kubbaa Miilaa magaalaa Adaamaa Zar’aay Muluu Leenjisaa olaanaa taasiisuun muuduu beeksiise.
Leenjisaan duraanii Kilabichaa…
Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2013 (FBC) -Kaleessa galgala Speen Maadiriiditti kan gaggeeffame dorgommii atileetiksii mana keessaa atileetonni Ityoophiyaa injifannoo galmeessaniiru.…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummuru,Jimmaa Abbaa Jifaar…
Finfinnee, Amajjii 27, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Sabbataan qixa yoo xummmuru, Jimmaa Abbaa Jifaar injifatameera.
Taphni har’a…
Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2013 (FBC) -Magaalaa Dirree Dawaatti kan gaggeeffame dorgommii walakkaa maaratoonii Ityoophiyaa 14ffaa injifannoo naannoo Oromiyaa fi kilabii poolisii Oromiyaan…
Fiigicha mana keessaa Poolaanditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Poolaanditti har'a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Fageenya meetira kuma 3 Lamlam Hayiluu sa'aatii…
Dorgommii figiichaa mana keessaa Faransaay Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC)- Dorgommii figiichaa mana keessaan Faransaayitti gaggeeffame Atileet Gudaaf Tsaggaayee injifatte.
Waldorgommii fiigichaa mana keessaa meetra…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 26ffaan olaantummaa godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa…
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii 2ffaa Guddattoota Oromiyaa umurii 18 gadii Bulchiinsi Magaalaa Asallaa Olaantummaan Xummure.
Shaampiyoonaan…