Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18…
Finfinnee, Gurraandhala 28, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 10ffaan umurii waggaa 20 gadii fi 3ffaan umurii waggaa 18 gadii magaalaa Asallaatti eegalame.…
Waldorgommiin Ispoortii Dubartoota Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegale
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Ispoortii Dubartootaa Oromiyaa Marsaa 5ffaan Magaalaa Asallaatti eegaleera.
Sagantaa dorgommii Ispoorti dubartootaa kana Hoggantuun…
Maanchuriyaan Darbii 187ffaa
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kilaboonni magaalaa Maanchisteer,Maanchisteer Siitiifi Maanchisteer Yuunayitid yeroo 187ffaaf galgala kana daqiiqaawwan 90'f miira kubbaa miilaan…
Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf…
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2014 (FBC)- Kitaabni Bulchiinsa Mootichaafi Gooticha Urjii Jaarraa 2ffaa irratti Xiyyeeffattu eebbifamuun gabaaf dhiyaateera.
Kitaabni fakkeenyummaa bulchiinsa…
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin Ityoophiyaan Ugaandaa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 17 gadiin gareen kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaan gita isaa Ugaandaa waliin goolii 2…
Atleet Gudaaf Tsagaayee fiigicha fageenyaa Meetira kuma 1 fi 500 Ispeeniitti gaggeeffameen…
Finfinnee,Gurraandhala 24, 2014 (FBC) –Fiigicha Tuurii Mana Keessaa addunyaa Viilaa Dii Maadriiditti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Koorniyaa lamaniinuu milkaa’an.…
Shaampiyoonaan Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 28ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii aanaalee godina Jimmaa 28ffaan xumurame.
Shaampiyoonaa Ispoortii kanarratti aanaaleen godinichaa 19 hirmaataniiru.
Itti…
Atleet Yalemzarf fiigicha fageenya meetira kuma 10niin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee,Gurraandhala 20, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha daandirraa fageenya meetira kuma 10 Ispeenitti gaggeeffameen Atleet Yalemzarf Yewalaan rikkardii haaraa galmeessuun…
Dorgommii fiigicha Mana keessaa Tuuraanitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Mana keessaa guyyaa kaleessaa Tuuraanitti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Fiigicha dhiiraa meetira kuma 3…
Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigichaa Walakkaa Maraatoonii guyyaa kaleessaa Raas Al Kaamhaatti gaggeffameen atileetiin Ityoophiyaa injifatte.
Atileet Girmaawwit…