Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaan kilaboonni Oromiyaa injifataman
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen kilaboonni Oromiyaa injifatamaniiru.
Taphoota Priimeyar liigichaa…
Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate.
Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Faasil Maqalee 70 Indartaa injifate.
Tapha istaadiyoomii…
Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera.
Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo…
Shaampiyoonaa tapha guutuu Oromiyaa 26ffaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 26ffaan Bitootessa 6-21,2012tti magaalaa Sabbataatti ni gaggeeffama.
Shaampiyoonaa kanaaf qophiin barbaachisu…
Atleet Abbaadii Haddiis boqate
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Atleet Abbaadii Haddiis boqate.
Atleet Abbaadii Haddiis Ityoophiyaan fiigicha gabaabaa fi dheeradhaan beekamtii akka argattu ga'eesaa…
Leenjisaan garee kubbaa miilaa magaalaa Dirree Daawaa gaggeeffaman
Finfinnee, Amajjii 26 2012 (FBC) - Priimiyar liigii Ityoophiyaan sadarkaa dhumaa irratti kan argamu gareen kubbaa miilaa Dirree Daawaa leenjisaa isaa Simi’oon Abbay gaggeesseera.
Bakka…
Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa’aniiru
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Priimiyar liigii Ityoophiyaatin Faasiilii fi Sabbataan milkaa'aniiru.
Faasiil, Yuunvarsiitii Walwaaloo Addigiraat waliin taphatee 1f 0dhaan…
Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Preezdaantiin Waldaa Kubbaa Miillaa Addunyaa(FIFA) Jiyaanii Infaantiinoon sagantaa waancaa Afrikaarratti sirreeffamni akka taasifamu yaada dhiyeessan.…
Waldorgommiin walakkaa maraatoonii 21ffaa Bishooftuutti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Waldorgommii walakkaa maraatoonii 21ffaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffameen Atleet Taammiraat Tolaan injifate.
Kaayyoon waldorgommichaa naannolee fi…
Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate.
Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan…