Browsing Category
Ispoortii
Seeneegaal shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 33ffaa taate
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaa halkan kana Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal Ijipti rukkuttaa adda bahiinsan injifachuun…
Taphni xumuraa waancaa Afrikaa har’a galgala ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Taphni xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har'a galgala sa'aatii 4:00 irraa eegalee Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti ni gaggeeffama.
Ijipti yeroo torba…
Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har'a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa…
Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha…
Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 23, 2014 (FBC)- Dorgommii fiigichaa Xumura torban darbee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Dorgommii fiigicha mana keessaa…
Gibtsi 2 – 1 Moorookoo
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa nuusa xumuraa har'a gaggeeffameen Gibtsi Moorookoo injifachuun tapha walakkaa xumuraaf dabarte.
Gibtsi goolii 2 fi 1n…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabame
Finfinnee, Amajjii 22, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa 27ffaan Olaantummaa Godina Jimmaan goolabameera.
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa27ffaafi agarsiisni…
Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2014 (FBC) -Tapha waancaa Afrikaa 33ffaa nuusaa xumuraa har'a gaggeeffameen Kaameeruunii fiBurkiinaafaasoon tapha walakkaa xumuraaf darbuu mirkaneeffataniiru.…
Iyvoorii Koost waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'anii darbuu Iyvoorii Koostii fi Gibtsi gidduutti taphatame olaantummaa Gibtsi xumurameera.
Taphni idilee goolii…