Browsing Category
Ispoortii
Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) –Sirni Abaaboo kaa'uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee Mana Kiristiyaanaa qulqulluu Yooseefitti eebbifameera.
Siidaan Kumalaa…
Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa har’aa eegaleera.
Tapha Istaadiyoomii…
Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Dooktar Abiyyiif laate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Waldaan koreewwan Olompikii Afrikaa Badhaasa Ispoortii olaanaa ardii Afrikaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif laate.…
Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Ganzabee Dibaabaa injifatte
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) - Waldorgoommii walakkaa Maraatoonii Magaalaa Vaaleenshiyaatti fiigameen Atileet Ganzabee Dibaabaa injifatte.
Atileet Ganzabeen fiigichichicha…
Obbo Dammaqaan Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Preezdaantii Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa…
Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti ni…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2013 (FBC) – Ispoortii Olompikii Afrikaa olaantummaan kan hogganu Waldaan koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa yaa’ii waliigalaa waggaa Dilbata dhufu Finfinneetti…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Maanchiisteer Yuunaayitiid PSGn…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Juuvaantus, Cheelsii fi Baarseeloonaan yoo injifatan, Maanchiisteer Yuunaayitiid…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaan galgala kana Maanchiisteer Yuunaayitiid PSG ni…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa galgala kana itti fufuun yoo taphatamu, Maanchiisteer Yuunaayitiid PSG, Seeviillaan Cheelsii waliin ni falmatu.…
Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqate
Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Taphaataa Arjantiinaa fi leenjisaa garechaa kan ture Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqateera.
Maradonaan dhibee onnee tasaan manasaa keessatti…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Liivar Puul Atlaantaan injifatame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) –Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaan eda galgala taphoonni 8 taphatamaniiru.
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala…