Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa fi Feestivaalli aadaa naannoo Ummattoota Kibbaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaa naannoo Ummattoota Kibbaa Magaalaa Aarbaa Mincitti eegalameera.…
Taphoota Waancaa Afrikaa moo’anii darbuun har’a Iyvoorii Koost Gibtsi waliin ni falmatu
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa moo’anii darbuu har’a galgala sa’atii 1:00 irraa eegalee Iyvoorii Koostii Gibtsi waliin taasiiftu xiyyeeffannaa argateera.…
Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Seeneegaal marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Seeneegaalii fi Keepvardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.…
Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Gaambiiyaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Giinii fi Gaambiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Gaambiyaan xumurameera.
Goolii…
Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame.
Tapha har'a Zaanzibaaritti…
Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan…
Shaapiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli Aadaa Oromiyaa guyyoota 10f turu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Sandaafaatti…
Aljeeriyaan tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura marsaa jalqabaa galgala kana taphatameen Ayvoorii Koosti Aljeeriyaa yoo injifattu Ikuwaatooriyaal Giiniin…
Preezdaant Saahilawarq garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka Wilchariirratti hirmaataan jajjabeessaaniiru.…
Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.…