Browsing Category
Ispoortii
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii…
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an…
Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n…
Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte.…
Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte.
Dorgommii…
Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti…
Dorgommii tapha Seekaafaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Jiibuutii injifatte
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Dorgommii tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa 'Seekaafaa' umrii waggaa 23 gadii waaree booda gaggeeffameen Keeniyaan Jiibuutii…
Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaan Ugaandaan Koongoo waliin qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaa umrii waggaa 23 gadii Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamaa jiruun Ugaandaan Koongoo waliin 0 fi 0n qixa…
Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3…
Dorgommiin ‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu ni eegalama
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha kubbaa miilaa biyyoota Giddugaleesssa fi Baha Afrikaa‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa…