Browsing Category
Ispoortii
Taphoonni Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaan duraa har’as itti fufuun ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa marsaa duraan har’a galgala Baayer Muunikii Atleetikoo Maadriid, Liivar Puul Ajax waliin ni faimatu.…
Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bara 2020/21 marsaa duraa eda galgala gaggeeffameen Maanchiister Yuunaayitiid PSG injifateera.…
Garee Atleetiksii Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaand Giidiiniyatti hirmaateef baadhaasni…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Walakkaa Maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand magaalaa Giidiiniyaatti gaggeeffame irratti hirmaachuun injifannoon…
Atleet Hagos fiigicha Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii iddichaa fooyyeessun…
Finfinnee, Onkololeessaa 9, 2013 (FBC) – Atleet Hagos Gabrahiyiwat fiigicha daandirraa fageenya Kiiloo Meetira 10 Xaaliyaanitti gaggeeffameen riikkardii bakkichaa fooyyeessuun moo’ate.…
Eevartaan Liivar Puul waliin qixa ba’e
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 5ffaan taphni Eevartanii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame goolii 2 qixaan xumurameera.
…
Kitaabni Komaandar Huseen Shiboo ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu eebbifame
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) –Kitaabni Leenjisaa Fageenya dheeraa Komaandar Huseen Shiboon barreeffame Kitaabni ‘Leenjisaa Adamsaa’ jedhu Hoteela Ilillii Internaashinaalitti…
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa…
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Amdawarqi Waalelinyi Taaddasaa sadarkaa 3ffaan xumure.…
Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii Poolaandiin Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaa walakkaa maaraatoonii addunyaa 24ffaa Poolaand Giidiiniyaatti gaggeeffameen Atleet Yaalemzarf sadarkaa 3ffaan xumurte.
…
Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa har’a Poolaand Giidiiniiyaatti gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessaa 7, 2013 (FBC) - Shaampiyoonaan walakkaa maaraatoo addunyaa 24ffaan har’a Poolaand Giidiiniiyaatti ni gaggeeffama.
Atleetoonni Ityoophiyaa shaampiyoonaa…
Seenaaf Waaqumaa kilaba Raayyaa Ittisaatti makamte
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Taphattuun Sarara fuulduraa duraanii Kilaba magaalaa Adaamaa Seenaaf Waaqumaa gatii rikoordii haaraan Raayyaa Ittisaaf mallatteesite.
…