Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa aanolee Godina Jimmaatti eegale
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)-Godina Jimmaatti shaampiyoonaan Ispoortii aadaa bara 2014 aanolee godinichatti guyyaa har'aa eegalameera.
Shaampiyoonaan kun gosoota ispoortii…
Dorgommii fiigichaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Xumura torbee darbee Dorgommii fiigichaa idil addunyaa biyyoota garaagaraatti fiiggameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaninuu…
Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi Maanchiester Siitii duraanii fi Baarseloonaa ammaa Sarjoo Kuun Aguuweeroon sababa…
Fiigicha daandiirraa Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Muddee 4, 2014 (FBC) – Fiigicha daandiirraa xumura torbanii Ispeenii fi Meeksiikootti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Maaraatoonii Maalaagaa Ispeenitti…
Zidaan Maachisteer Yuunaayitiid leenjisuuf fedhii hin qabu jedhe
Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Maanchisteer Yuunaayitiid Zinaddiin Zidaan kilabicha akka leenjisuuf gaaffii dhiyeessuus, zidaan ammatti fedhii kan hin qabne ta’uu ibseera.…
Tapha gulaallii waancaa Addunyaan Ityoophiyaan Gaanaa waliin qixa baate
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Tapha gulaallii waancaa Addunyaan gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Gaanaa waliin qixa xumureera.
Goolii Andiree Ayyuu Gaanaaf…
Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muude
Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Kilabni Ingiliz Astoonviilaan Isteevaan Jeeraard leenjisaa taasiisuun muudeera.
Kilabichi leenjisaa isaa Diin Ismiiz erga gaggeessee leenjisaa haaraa…
Atleet Daawwiit Siyyuum fiigicha fageenya Km 5 riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) –Fiigicha fageenya Km 5 Faransaay magaalaa liilitti gaggeeffameen Atleet Daawwiit Siyyuum riikkardii haaraa galmeessiteerti.
Figicha walmakaa…
Tootanihaam leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2014 (FBC) – Tootanihaam Leenjisaa kilabichaa Nuunoo Espiritoo Saantoo gageessuu ifoomse.
Lammii Porchuugaal Joosee Morinoo gaggeessuun lammii…
Ityoophiyaa 7 – 0 Jiibuutii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii dorgommii seekaafaan gita isaa Jiibuutii goolii 7 fi 0n…