Browsing Category
Ispoortii
Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Cheelsiin dirree isaarratti Maanchister Yunaayitidiin injifatame.
Priimiyar liigii Ingiliziin dirree isaatiin alatti Cheelsii kan qunname…
Taphoota Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 14ffaan kilaboonni Oromiyaa milkiin xumuran
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) - Taphoota Priimiyar Ityoophiyaa torbee 14ffaa guyyaa har’aa gaggeeffameen Adaamaan 2-0 Yuunvaarsiiti Walwaaloo injifate.
Waliigala Taphoota har’a…
Guci jalqabaa gareen olompikii Ityoophiyaa qabsiifame
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) - Guci jalqabaa gareen olompikii Ityoophiyaa Finfinneetti qabsiifame.
Preezdaantin FDRI Saahilawarqi Zawdee guca jalqabaa garee olompikii…
Atleettootaa fi leenjistoota bu’aa galmeessaniif badhaasni laatame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2012 (FBC) - Atleettootaa fi leenjistoota akka biyyaa fi idil addunyaatti bu’aa galmeessaniif badhaasni laatameera.
Badhasichi shampiyoonaa atleetiksi idil…
Taphataan Kubbaa Miilaa Mogas Taaddaasaan boqate
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Taphataan Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Ityoophiyaa duraanii Mogas Taaddaasaan addunyaa kanarraa guyyaa har’aa lubuun darbeera.
Mogas Taaddasaan…
Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Atleet Saamu’eel Tafarraa maayla tokkoon sa’aatii saffisaa addunyaa 2ffaa bara Faranjoota 2020 galmeessise.
Atleetiin lammii Ityoophiyaa Saamu’eel…
Walwaaloo Aaddagiraat leenjisaa isaa gaggeessuuf murteesse
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Hoggansi Boordii Walwaaloo Aaddagiraat Yuunvarsiitii leenjisaa olaanaa garichaa Yohaannis Saahilee gaggeessuuf murteesse.
Hoggansichi marii guyyaa…
Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaan kilaboonni Oromiyaa injifataman
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ityophiyaa torbee 13ffaa har’a gaggeeffameen kilaboonni Oromiyaa injifatamaniiru.
Taphoota Priimeyar liigichaa…
Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate
Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Faasil Maqalee 70 Indartaa 2-0 injifate.
Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 13ffaan Faasil Maqalee 70 Indartaa injifate.
Tapha istaadiyoomii…
Waldorgommiin ispoortii dhaabbiilee federaalaa gidduutti gaggeeffamu eegalame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Waldorgommiin ispoortii manneen hojii ministeerotaa fi dhaabbilee federaalaa hunda hirmaachise eegalameera.
Waldorgommiin ispoortii kun hariiroo…