Browsing Category
Ispoortii
Lammiileen Tuuniziyaa Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa…
Finfinnee, Adooleessa 18, 2013 (FBC) – Lammiileen Tuuniiziyaa dorgommii teekwandoo fi Bishaan daagaa dhiirotaan Oolompikii Tookiyoo bara 2020 irratti Afriikaaf meedaaliyaa jalqabaa…
Tapha seekaafaan Sudaan Kibbaa Jiibuutii injifattu,Ugaandaan Taanzaaniyaan qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 17, 2013 (FBC) – Taphaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Bahaa fi Gidduugaleessa Afrikaan umrii waggaa 23 gadii Sudaan Kibbaa Jiibuutii goolii 2 fi 0n yoo injifattu, Ugaandaa fi…
Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo ifatti gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Sirni baniinsaa taphoota Oolompikii Tookiyoo 2020 ifatti gaggeeffameera.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205…
Ityoophiyaa 1-1 Burrundii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii har’a Ityoophiyaa fi Burrundii…
Olompikiin Tookiyoo boru ni eegale
Finfinnee, Adooleessa 15, 2013 (FBC) – Olompikiin Tookiyoo bara 2020 guyyaa boruu ni eegalama.
Olompikii bara kana gaggeeffamurratti Atleetoonni biyyoota 205 keessaa waliitti babba’an…
Taanzaaniyaa 1 – 0 Koongoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Taanzaaniyaan Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo 1 fi 0n…
Sudaan Kibbaa 0 – 2 Keeniyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Sudaan Kibbaa 2 fi 0n injifatte.…
Burrundii 3 – 0 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadiin Burrundiin Eertiriyaa 3 fi 0n injifatte.
Dorgommii…
Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite
Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti…
Dorgommii tapha Seekaafaa umrii waggaa 23 gadiin Keeniyaan Jiibuutii injifatte
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Dorgommii tapha kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa 'Seekaafaa' umrii waggaa 23 gadii waaree booda gaggeeffameen Keeniyaan Jiibuutii…