Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ingiliizii fi Xaaliyaaniin xumuraaf ga’an
Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa eda galgala taphatameen Ingiliiz Deenmaark injifachuun tapha xumuraaf dabarteerti.
Ingiliiz Deenmaark 2 fi 1n…
Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegale
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Hojiin haaromsa Istaadiyeemii Finfinnee eegaleera.
Hojii haaromsichaa eegaluufis torbee lama dura waliigalteen taasifamee turuun isaa ni yaadatama.…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti hirmaatan jajjabeessan
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’uun hirmaatan bakka leenjiisaaniitti argamuun…
Atleetoonni Ityoophiyaa Olompikii Tookiyoof qophii ga’aa taasiisaniiru- Komaandar Atleet Daraartuu…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Atleetoonni Olompikii Tookiyoorratti Ityoophiyaa bakka bu’an 30 qophii ga’aa taasiisuu Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar…
Federeeshinich Kilaboonni taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu akka hin dandeenye beeksiise
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Kilaboonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa keessatti hirmaatan taphattoota alaa 3 ol mallatteesiisuu…
Fiigicha daandirraa Faransaayitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2013 (FBC) – Fiigicha daandirraa Faransaay Leensitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru.
Fiigicha fageenyaa kiiloo meetira 5…
Akka Oromiyaatti sagantaan Deemsa miilaa fi Biskileetaa Asallaatti gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Sagantaan Deemsa miilaa fi Biskileetaa akka naannoo Oromiyaatti ganama har'aa haala hoo'aa ta'een dorgommiiwwan Ispoortii garaagaraa waliin magaalaa…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Ispeen walakkaa nuusa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) –Taphni moo'atanii darbuu Waancaa Awurooppaa Siwiizarlaandii fi Ispeen gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ispeeniin xumurameera.
Sa'aatiin idilee…
Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii Osilootti gaggeeffameen injifate
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) – Atleet Yoomiif Qajeelchaan dorgommii Daayimand Liigii meetira kuma 3 Osilootti gaggeeffameen injifateera.
Dorgommii Daayimandi Liigii meetira…
Faransaay Waancaa Awurooppaa ala taate
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Tapha moo'atanii darbuu eda galgala Faransaayii fi Siwiizarlaand gidduutti gaggeeffame olaantummaa Siwiizarlaandiin xumurameera.
Tapha sa'aatii 4:00…