Browsing Category
Ispoortii
Tapha Waancaa Awurooppaan Tuurki Weelsiin injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Tuurkii fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Weelsiin xummurameera.
Taphoota biyyoota ramaddii 'A' jalatti…
Tapha Waancaa Awurooppaan Raashiyaan Fiinlaanda injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Fiinlaandii fi Raashiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Raashiyaan xumurameera.
Ramaddii 'B' jala kan…
Tapha Waancaa Awurooppaan Poorchuugaal Haangaarii injifaatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti.
Taphoonni…
Tapha Waancaa Awurooppaan Cheek Rippaabliik Iskootlaandi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa har’a waaree boodaa Iskootlaandii fi Cheek Rippaabliik gidduutti gaggeeffameen Cheek Rippaabliik goolii 2 fi 0n…
Tapha waancaa Awurooppaan Weelsii fi Siwiizarlaand walqixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Awurooppaa guyyaa 2ffaa har'a gaggeeffameen Weelsii fi Siwiizarlaand goolii 1 walqixa ba'aniiru.
Tapha Azaarbaajaan magaalaa Baakkuutti…
Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti.
Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa…
Atleet Lattasanbat Giday Meetira kuma 10 Riikkardii Addunyaa haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Riikkardii addunyaa haaraa galmeessite.
Riikkardii haaraa guyyaa sadi dura…
Atileet Siifaan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsite
Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Dhalattuu Ityoophiyaa lammummaan Hoolaand kan taatee Atileet Siifan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsiteetti.
Riikardii meetira kuma…
Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsaniiru.
Federeshinii Kubbaa Miilaa…
Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu hime
Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) – Komishiniin Ispoortii Oromiyaa Istaadiyeemoota shan ijaarsisuuf ta’uu beeksiseera.
Istaadiyeemoonni ijaaraman kunniinis Amboo, Danbii Doolloo,…