Browsing Category
Ispoortii
Dorgommii atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe gaggeeffameen atleetoonni Ityoophiyaa injifataniiru
Finfinnee, Amajjii 4, 2012 (FBC) - Dorgommii Atleetiksii Sanbataa fi Dilbata darbe Finfinnee dabalatee biyyoota garaagaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa Injifataniiru.
Fiigicha…
Loozaa Abarraa yeroo 2ffaaf taphatttuu cimtuu taate
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) – Loozaa Abarraa liigii dubartootaa Maaltaan taphattuu cimtuu baatii Sadaasa fi Muddee ta’uun filatamte.
Taphattuun garee biyyaaleessa Ityoophiyaa fi…
Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Muddee 29, 2012(FBC) – Qindoominni Federeeshinii Eejansii Qunnamsiistuu Bobbii Hojii Biyyoota Alaa Ityoophiyaa har'a ifoomera.
"Tokkummaan nageenya lammiileef’ mata duree…
Jimmaa Abbaa Jifaar imala moo’annaa isaa itti fufee jira
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 7ffaan guyyaa har’aa magaaloota garaagaraatti gaggeeffameera.
Taphoota har’a gaggeeffameen:- Jimmaa Abbaa…
Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa waggaa kanaa ta’e
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) – Lammiin Seeneegaalii fi taphataan sarara fuulduraa Liivarpool Sayidoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara kanaa ta’e.
Sayidoo Maaneen Mahaammad…
Atleettoonni Ityoophiyaa qabxii boonsaa galmeessan
Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil addunyaa Sanbataa fi Dilbata gaggeeffameen qabxii boonsaa galmeessisan
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) - Atleetonni Ityoophiyaa dorgommii idil…
Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n injifate
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Tapha Priimiyar Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan Bunni Ityoophiyaa Hadiyyaa Hoosaa’inaa 5-0n yoo injifatu darbiin Oromiyaa qixaan xumurame.
Tapha…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa olaantummaa Oromiyaan xumurame
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Shaampiyoonaan Atleetiksii Guddattoota Ityoophiyaa magaalaa Asallaatti guyyoota 6’f gaggeeffamaa ture olaantummaa Oromiyaan xumurame.
Shaampiyoonnicha…
Gaanaan leenjistoota biyyoolessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessite
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Waldaan Kubbaa Miillaa Gaanaa leenjistoota biyyooleessaa sadarkaa hundarratti argaman gaggeessuu ishee beeksifte.
Waldichi leenjistota olaanaa fi…
Taphni darbii Oromiyaa booru ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Priimiyar Liigii Ityoophiyaa tapha torbee 6ffaa guyyaa boruutin darbiin Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ni gaggeeffama.
Taphoota shan taphachuun priimiyar…