Browsing Category
Ispoortii
Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa…
Finfinnee, Muddee 10, 2013 ( FBC) - Ispoortiin bu’uura hawaassummaa akka qabaatuufi of danda’ee akka socho’uuf bulchiinsi magaalaa Finfinnee deeggarsa akka taasisuu itti aantuun kantiibaa…
Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatame
Finfinneen, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Bahaa fi giddugaleessaa Afrikaan Gareen kubbaa miilaa biyyalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Ugaandaan injifatameera.…
Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Sabbataan Hawaasaa injifate
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Sabbataan 3 fi 1n Hawaasaa injifateera.…
Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boruu eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) - Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boruu tapha Kiristaal Paalaas dirree isaarratti Liivaar Pool keessummeessun ni eegamalame.
…
Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Ramaddiin taphoota Liigii Awurooppaa har’a waaree booda ifoome.
Haaluma kaanaa:-
Dynamo Kyiv - Club Brugge
Wolfsberger - Tottenham…
Tapha Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaan Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate
Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Hadiyyaa Hoosa’iinaan Walaayittaa Diichaa injifate.…
Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar…
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Taphoota Betkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 1ffaa har’a gaggeeffameen Adaamaan Jimmaa Abbaa Jifaar 4 fi 1 injifateera.
Tapha har’a waaree booda…
Guyyaan injifannoo Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan yaadatamaa jira
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Guyyaan yaadannoo injifannoo Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa Olompikii Room waggaa 60ffaaan Hooteel Sharaatan Addisitti gaggeeffamaa jira.
…
Sirni Abaaboo kaa’uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) –Sirni Abaaboo kaa'uu fi eebbi Siidaa Kumalaa Maammoo Waldee Mana Kiristiyaanaa qulqulluu Yooseefitti eebbifameera.
Siidaan Kumalaa…
Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Priimeyar Liigiin Ityoophiyaa tapha magaalan Dirree Dawaa magaalaan Sabbataa waliin taasiseen guyyaa har’aa eegaleera.
Tapha Istaadiyoomii…