Browsing Category
Ispoortii
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphoonni torbee 37ffaa boru itti fufuun ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaa taphni boru Niwuukaasiil Arsenaal, Weest Haam ammoo Notiingahaam Forest keessummeessan ni eegamu.
Boru…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan guyyoottan 15 darbaniif magaalaa Ambootti gaggeeffamaa ture olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurame
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaan tapha guutuu Oromiyaa 27ffaan guyyoottan 15 darbaniif magaalaa Ambootti gaggeeffamaa ture olaantummaan magaalaa Shaggariin xumurameera.…
Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan qixa ba’an
Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii Itiyoophiyaa torbee 29ffaan kan waliin taphatan Magaalaan Dirredhawaa fi Maqalee 70 Indartaan galchii 1:1’n walqixa ba’aniiru.
Magaalaa…
Hansii Filiik waliigaltee isaa dheeressuuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) - Leenjisaan garee Baarseloonaa Hansii Filiik waliigaltee kilabicha waliin waggaa lamaaf isa tursiisu mallatteessuuf waliigaleera.
Injifannoo El…
Liivarpuulii fi Arsenaal walqixa ba’an
Finfinnee, Caamsaa 3, 2017 (FMC) - Tapha piriimiyar liigii torbee 36ffaan Liivarpuul dirree isaa irratti Arsenaaliin keessummeessee galchii 2-2'n walqixa ba'aniiru.
Liivarpuuliif Koodii…
Taphoonni hirmaannaa Shaampiyansi Liigiif murteessoo ta’an har’a ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) – Tapha Piriimiyar Liigii Ingiliz torbee 36ffaan, dorgommiiwwan hirmaannaa shaampiyansi Liigii bara dhufuuf murteessoo ta’an har’a ni taphatamu.…
Yuunaayitid tapha xumuraa Waancaa Yurooppaa Liigiif dhaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Maanchester Yuunaayitid Atileetik Bilbaa'oo injifachuun tapha xumuraa Yurooppaa Liigiif darbe.
Yuunaayitid tapha dhaqaa galaa Biilbaa'oo waliin…
Taphni Maanchister Yuunaayitid fi Atleetik Biilbaa’oo har’a taphatan tapha eegamaa dha
Finfinee, Ebla 30, 2017(FMC) – Tapha deebii Walakkaa xumuraa Yuurooppaa Liigiin Maanchistar Yuunaaytid dirree isaa Oltraafoorditti halkan saa’a afur irratti Atileetik Biilbaa'oo…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSGn xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Tapha deebii Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a taphatameen PSGn Arsenaal injifachuun xumuraaf darbe.
PSGn dhaqaa gala galchii 3 fi 1n…