Browsing Category
Ispoortii
Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid qixa ba’an
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaan Maanchister Yunaayitid fi Liidsi Yunaayitid 1-1'n qixa ba'an.
Maanchister Yunaayitidiif Maatiyaas…
Taphoonni mo’anii darbuu Waancaa Afrikaa lama har’a ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti geggeeffamaa jiruun har'a taphoonni mo'anii darbuu lama ni taphatamu.
Galgala sa'aatii 1 irratti Moorookoo fi…
Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taphatu ni eegama.
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 20ffaan taphni har'a maanchiister Siitiin Cheelsii waliin taasisu ni eegama.
Har'a waaree booda sa’aatii 9:30…
Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Arsenaal Boornimaawuuz injifachuun dursummaa cimsateera.
Arsenaal galchii 3 fi 2'n Boornimaawuuz…
Seenegaal nuusa xumuraaf darbite
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Tapha waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun Seeneegaal Sudaaniin galchii 3 fi 1’n injifachuun nuusa xumuraaf darbite.
Taphni galgala kana…
Woolviis injifannoo jalqabaa galmeesse
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Woolvis Weesthaam Yuunaaytidiin galchii 3 fi 0’n injifachuun injifannoo jalqaba bara taphichaa galmeesseera.…
Taphoonni moo’anii darbuu Waancaa har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Taphoota moo’anii darbuu Waancaa Afrikaa 35ffaan har’a taphoonni lama ni taphatamu.
Galgala sa’aatii 1:00 eegalee Seeneegaal Sudaan waliin taphatti.…
Cheelsiin Leenjisaa isaa gaggessee
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Cheelsiin leenjisaa isaa Inzoo Maareeskaan gaggeeseera.
Boordiin Kilabichaa turtiin leenjisichaa ilaalchiisee walga’ii har’a gaggeesseen waliigalteen…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har’a itti fufuun taphatamu
Finfinnee, Mudde 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 19ffaan har'a itti fufuun kan taphataman yoo ta’uu,morkiin Sandarlaandi Maanchiister Siitii waliin taasisu ni…
Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifatan
Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaan Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifachuun tapha moo'atanii darbuuf…