Browsing Category
Ispoortii
Gareen Atileetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afriikaa umurii 18 gadii fi 20 gadii…
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa Umurii waggaa 18 fi 20 gadii irratti hirmaachuuf gara Naayijeeriyaa Abukutaa deemuuf…
Andiree Onaanaan tapha bara dorgommiin duraan ala ta’e
Finfinnee, Adoolessa 5, 2017(FMC) - Karra eegaan Maanchister Yuunaaytid Andiree Onaanaan sababa miidhamaan taphoota bara dorgommiin duraa ala ta’uun mirkanaa’eera.
Lammiin Kaameruun karra…
Gincii 1 – 0 Haraa
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Ginciin Magaalaa Haraa injifate.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa Jiinkatti taphatamaa…
Mahaammad Quddus Tootenhaamiif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 4, 2017 (FMC) – Tootenhaam Hootispar lammii Gaanaa Weestihaam Yunaayitid irraa Mahammad Quddusiin mallatteessifachuu beeksise.
Kilabiin Kaaba Landan Tootenhaam…
Dambi Doolloo 0 – 0 Buna Baaskeet
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaan Dambi Doolloon Buna Baaskeet waliin qixa bahe.
Shaampiyoonaa Kilaboota Naannolee Itiyoophiyaa…
Noorgaardiin Asrenaaliif mallatteesse
Finfinnee, Adoolessa 3, 2017 (FMC) – Arsenaal taphataa sarara ittisaa gidduu fi dursaa garee Bireentifoordi Kiristiyaan Noorgaardiniin mallatteessifachuu ifoomse.
Lammiin Deenmaarki…
Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn xumuraaf darbe
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) –Dorgommii Waancaa kilaboota addunyaan PSGn Riyaal Maadriid injifachuun xumuraaf darbe.
PSGn galchii 4 fi 0n Riyaal Maadriid injifachuun tapha waancaaf…
Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Leenjisaa duraanii Riyaal Maadriiid Kaarloo Anchilootiitti adabbiin hidhaa waggaa tokkoo itti murtaa’eera.
Kaarloo Anchilootiin gochaa gibira waliin…
Pireezidaanti Doonaald Tiraampi tapha xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi dorgommii tapha waancaa xumuraa kilaboota addunyaa isteediyeemiitti argamuun ni daawwatu.
Doonaaldi…
Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu
Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama.
Dorgommiin haala qilleensaa…