Browsing Category
Ispoortii
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 10ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 10ffaan morkiin darbii Landan Tootenhaam Cheelsii keessummeessu ni eegama.
Har'a waaree booda sa'aatii…
Kiiliyaan Imbaappeen badhaasa isaa fudhate
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Faransaay Kiiliyaan Imbaappeen badhaasa isaa kophee warqee bara dorgommii 2024/25 guyyaa har’aa fudhateera.
Kiiliyaan…
Adaamaa 0 – 0 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qixa bahe.
Taphni kilaboota lamaan gidduutti…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun…
Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Dorgommiin Atileetiksii taphoota Olompikii Dargaggoota Itiyoophiyaa 2ffaan Magaalaa Finfinneetti eegalameera.
Yeroo ammaa dorgommiin xumuraa…
Waancaa Liigii Ingiliziin taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas…
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2018 (FMC) – Waancaa Liigii Ingiliz tapha moo’anii darbuun taphni har’a Arsenaal Biraayitan, Liiverpuul ammoo Kiristaal Paalaas keessummeessan ni eegama.…
Luusiwwan Waancaa Afrikaan ala ta’an
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan Waancaa Afrikaa bara 2026 ala ta’an.
Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa…
Falmii Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf taasisan
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Luusiwwan waggoota 14 booda Waancaa Afrikaaf darbuuf falmiin har'a taasisan ni eegama.…
Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo waggaa ta’uuf kaadhimaman
Finfinnee, Onkololeessa 17, 2018 (FMC) – Atileet Tigisti Asaffaa fi Yoomiif Qajeelchaan Atileetii cimoo daandiirraa waggaa ta’uuf kaadhimaman.
Atileetoonni kunneen…